Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Haleellaan Huutii waraanaa Baha Giddugaleessaa hammeessuu hordofee Iraan fi US wal haleeluuf dhaadatan
- Huutiin Yaman magaalota Sa'uudii Arabiyaa misaayeloota baalistikiin rukutuu hime
- Aangawoonni Sa'uudii misaayeloota gara magaalaa Riyaaditti dhukaafaman hedduu qilleensarratti qolachuun barbadeessuu himan
- Ertiraan US qoqqobbii irraa kaasuu fuula gaariin simatte
- Haleellaa 'jabaa' Yukireeniin namoonni lama du'an - Raashiyaa
- Kaleen booyyee waldhaansa baqaqsanii hodhuun namaaf galfame guyyaa 271 tajaajiluun yeroo dheeraa ta'ee galmaa'e
- Odeessaalee karaa Marsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.





















