Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Hiikaa hidhi Abbayyaa biyyoota ollaatiif qabu
Itoophiyaan hidha ardii Afriikaatti isa guddaa ta'ee laga Abbayyaa irratti ijaaruu erga eegaltee waggoota lakkoofsiftee jirti. Haa ta'u malee biyyonni ollaa dhimma kanarratti ilaalcha garaa garaa qabu.
Itoophiyaan annisaa hidha kanarraa maddisiftuun warraaqsa industrii ishee ittiin gaggeessu bira darbuun biyyoota ollaatti gurgurachuun galii argachuuf karoora akka qabduulleen dubbatameera.
Garuu bishaan laga Abbayyaa jalliisuun, Itoophiyaa ollootashee Masriifi Suudaanin hubu dandeessi laata shakkiin jedhu ka'aa jira.
Mee viidiyoo kana dowwadha.