Namni jalqabaa boolla keessaa yeroo baafamutti
Balaa lolaa Neeppaalitti mudateen guyyootaan booda namoonni lama lubbuun baraaraman.
Namoota kanneen hojjetoonni lubbuu baraaran yeroo baasan viidiyoo agarsiisu.
Daawwadhaa!
Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Balaa lolaa Neeppaalitti mudateen turtii torban lamaan booda namoonni lama bo'uu humna ibsaa keessaa lubbuun bahuu hojjetoonni lubbuu baraaruu BBCtti himan.
Balaa lolaa Neeppaalitti mudateen guyyootaan booda namoonni lama lubbuun baraaraman.
Namoota kanneen hojjetoonni lubbuu baraaran yeroo baasan viidiyoo agarsiisu.
Daawwadhaa!
Balaa lolaa Neeppaalitti mudateen turtii torban lamaan booda namoonni lama bo'uu humna ibsaa keessaa lubbuun bahuu hojjetoonni lubbuu baraaruu BBCtti himan.
Hojjettoonni ittisa balaa wayita Sanjaayaa Shaah fi Kabiir Mahaarjaan yeroo bo'oo keessaa baasan gammachuu ibsachaa mul'atan.
Taateen diraamaa fakkaatu kun hedduun kan hin eegiin ture.
Jimaata ganama kana sagalee namootaa ulaa lafa jalaa (bo'oo) humna ibsaa balaa lolaan jige kana keessaa sagaleen namaa dhaga'amuu hordofee yoo xiqqaate namoota 42 ta'anitu baraaramuuf deema jedhamee eegama ajira.
Injiinaroonni ammoo akka lubbuun turan gargaaruuf jecha qilleensa lafa jalatti ergaafiifi jiru (buufaafiif jiru).
Ulaa lafa jalaa (bo'oo) humna ibsaa laga bishanaii qabatee gola baayyee qabu kana bakka gara garaa keessa namoonni 150 ol ta'an qabamanii jiru jedhamee sodaatama ajira.
Balaa lolaa Neeppaal kanaan yoo xiqqaate namoonni 1,200 du'aniiru.
Toora oduu kallattiin isin biraan geenyu jalqabneerra.
Dhiirota michuu gaa'elaa osoo barbaadanii saamtota harkatti kufan, kanneen jedhaniifi odeessaalee kaan karaa Marsariitii (Website), YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.
DHIYAADHAA!