Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Ashamaa! Baga nagaan dhuftan!
- Odeessaalee biroo karaaMarsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.
- Hoggantoonni biyyoota gurguddoo addunyaa Traamp Puutiniifi Shii Jiin Piing Shenzeenitti mar'iachuuf . Waa'eee magaalaa addaa kana dubbisuuf: kunoo
- Baadimmeetti haleellaa dirooniin xiqqaatu namoonni 4 miidhaman dubbisaa
- "Ani gaa'elattan seena jedheen osoon hin beekiin waan fokkisaa jireenya koo keessatti na mudatee hin beekne keessa gale." Dubartii guyyaa shan booda hiikamte
- 'Oromoo wal ajjeesee reeffa walii bineensa nyaachisun arge'- Ob. Maammoo Gadaa
- Tamsaasa kallattii duraa asii argattu.


















