IJOO
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Afrikaa Kibbaatti ajjeechaa lammiilee Itoophiyaa duuba kan jiru eenyu?
- Ameerikaan waraana Iraan irratti ji'oota lamaan darbaniif Israa'el waliin ta'uun gaggeessaa turteen hangam akka baaste ibsite. Kunooti.
- Ministiirri Ittisaa US dhimma waraana Iraan irratti Kongiresiitti dhiyaachuun sa'aatii jahaaf gaaffiin dhiyaateef
- Eegdonni Warraaqsa Islaamaa Iraan aangoo murteessaa biyyattii harka galfataa jiru - gabaasa
- Viidiyoo yeroo Tiraamp dhukaasa Waashingitenitti irratti baname jalaa miliqfamu agarsiisu daawwadhaa
- Waayee dhukaasa Tiraampiin sagantaa irbaataarraa baqachiisee maal beekna?
- Odeeffannoo guutuu dhimmoota waraana Iraan, Baha Giddugaoleessatti deemaa jiru dabalatee wantota amma addunyaarratti ta'aa jiran argachuuf: Marsartii, Facebook, Whtasapp, YouTube irraan argachuu dandeessu.








