BBC News,
Afaan Oromoo
Qabiyyeetti darbi
Oduu
Daawwadhaa
Dhaggeeffadhaa
Kutaawwan
Oduu
Itoophiyaa
Ispoortii
Siyaasa
Dubartoota
Baha Jidduugalaa
Jajjaboo
Itoophiyaa
Ispoortii
Siyaasa
Dubartoota
Baha Jidduugalaa
Jajjaboo
Adaamaa: Jala-bultii Ayyaana Cuuphaa suuraan
Daataa qusachuuf barreeffama qofa dubbisi
Ibsa waa'ee suuraa,
Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti dargaggoota uffataa aadaan miidhaganii sirnicharratti hirmaatan
Maxxanfame
19 Amajjii 2024
Ibsa waa'ee suuraa,
Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti namoota uffata aadaan faayamanii kabajaa oolan keessaa
Ibsa waa'ee suuraa,
Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti kaafame keessaa yeroo tajaajiltoonni amantaa Ortodoskii hiriiraan mul'atan
Ibsa waa'ee suuraa,
Suuraa jala bultii ayyaana Cuuphaa magaalaa Adaamaarratti kaafame
Ibsa waa'ee suuraa,
Shamarran sirna Kataraa kanarratti hirmaatan suuraa agarsiisu
Ibsa waa'ee suuraa,
Suuraa jala bultii ayyaana Cuuphaa magaalaa Adaamaarratti yeroo luboonni taabota baatanii agarsiisu
Ibsa waa'ee suuraa,
Haadholii sirna Qataraarratti kanarratti hirmaatan
Ibsa waa'ee suuraa,
Nama sirna galateeffaanna gaggeeffamu afaan qabatee ilaalaa jiru
Ibsa waa'ee suuraa,
Namoota sirna amantaa kanarratti meeshaa muuziqaa aadaa hafuufan
Dabalata argadhu
Amantaa
Itoophiyaa
Kiristaanummaa
Odeessa kana irratti dabalata
Magaalaa Baatuu iddoo ayyaanni Cuuphaa ‘hararatti jalqabamee hararatti itti xummuramu’
19 Amajjii 2024
Kabaja Ayyaana Cuuphaa bara kanaa suuraan
19 Amajjii 2023
Viidiyoo
2:44
Viidiyoo,
Daawwannaa 'tasaa' gara Tigraay
, Turtii 2,44
29 Hagayya 2026
1:58
Viidiyoo,
Ramaddii Chaampiyeens Liigii
, Turtii 1,58
29 Hagayya 2026
0:47
Viidiyoo,
Kubbaa Maaraadoonaa seenaa dalage
, Turtii 0,47
29 Hagayya 2026
1:15
Viidiyoo,
Abbaa ijoollee qaamni saalaa irraa murame
, Turtii 1,15
29 Hagayya 2026
Isin hin darbiin
KALLATTIIN
,
Ulaa Hormuuz keessatti doonii boba’aa fe’atte biraa haleelamte
Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo
Sa'aatii 7 dura
Meesii: 'Gaggeessuu hin danda'u' jedhamuu irraa hanga olaantummaa ajaa'ibaa galmeessuutti
Sa'aatii 4 dura
Maaltu haasa'ama?
Obasaanjoo fi Hoogganaa TPLF Dabratsiyoon gidduutti maaltu mudate?
25 Hagayya 2026
Oduu BBC Afaan Oromoo
Bulchaan aanaa Dagam 'hidhattoota WBO'n' ajjeefaman eenyu?
25 Hagayya 2026
Itoophiyaan lageen biyyasheerratti hidha akka ijaartu ibsuu, Masiiriin komii dhiyeeffachuu itti fufaniiru
24 Hagayya 2026
BBC Afaan Oromoorraa oduu kallattiin argachuuf miseensa Chaanaalii WhatsApp ta'aa
6 Muddee 2024
Finfinneen magaalaa guddoo Oromiyaa jedhamtee beekamtii Heera Mootummaa akka argattu yaadni murtoo dhiyaate
21 Hagayya 2026
Sirna cufinsaa Marii Biyyaalessaarratti aanga'oonni maal jedhan?
22 Hagayya 2026
Dhimmi 'Garee Maafiyaa 120 ummata hiraarsu' eessa gahe?
22 Hagayya 2026
Waa'ee haleellaa Giddaa Ayyaanaatti hidhattoota 'Faannoon' gaggeeffamee maal beekna?
21 Hagayya 2026
Baay'ee kan jaalatame
1
KALLATTIIN
Ulaa Hormuuz keessatti doonii boba’aa fe’atte biraa haleelamte
2
Alvaareez gara Arsenaal moo Barseloonaa? Jijjiirraan cufamuu dura waan beekuu qabdan
3
Qondaalli waraanaa Ameerikaa aangoo gadhiise
4
'Icciitii haala fayyaafi mana Mojtaabaa Kameenii jiruu'
5
Meesii: 'Gaggeessuu hin danda'u' jedhamuu irraa hanga olaantummaa ajaa'ibaa galmeessuutti
6
Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo
7
Icciitiin modeelii beekamtuu Somaalee waggaa 68 'durba qarree' fakkaatteef maali?
Yeroo dhuma kan haaromfame: 23 Amajjii 2026
8
Gooliin kubbaa Maguwaayer 'harkaan tuqe' irraa argame maaliif hin haqamne?
9
Dhimmoota dureessa ta'uuf isin gargaaran 10 kanneen beektuu?
10
Teeknooloojiiwwan waraanaa haaraa egeree lolaa geeddaraa jiran sagal
You might also like:
news
|
sport
|
weather
|
worklife
|
travel
|
future
|
culture
|
world
|
business
|
technology