Injinaroota hanqina bishaanii furuuf mala dhawaniin wal baraa

Maxxanfame

Biyya Hindii bakka ol ka'aa Laadaak keessatti rakkoo bishaanii cimaa jiraattotarra gahaa jiruuf Injinaroota kalaqa addaa argataniin wal baraa.