Mojtaabaa maaliif hin mul'atan?
Mojtaabaa maaliif hin mul'atan?
Maxxanfame
Hogganaan olaanaa Iraan Mojtaabaa Kaamenii tibbana eegamaa turan.
Garuu ji'a jaha dura abbaa isaanii bakka bu'anii takkaa ummatatti as hin baane.
Iraanimmoo US waliin lolatti jirti. Mojtaabaan dhuguma lubbuun jiruu?
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorratti daawwadhaa.



