Seenaa addaa Idi Amiin Daadaa

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Seenaa addaa Idi Amiin Daadaa
Maxxanfame

Pirezidantiin duraanii Ugaandaa Idi Aamin Daadaa seenaa adda ta'e qabu.

'Pirezidantii bara baraa ' of jedhanii turan. Garuu, waggaa 8 qofa bulchan.

Addunyaan Idii Amiin Daadaan beeka. Har'allee maqaan isaanii ni ka'a.

Taphataa duraanii buunyaa Ugaandaa bulchan seenaa akkamii qabu?