Gammachuun Maanchester Siitiin Shaampiyoons Liigii mo'achuu suura kudhaniin yeroo ibsamu

Peep Gaardiyoolaa fi Halaand yeroo gammachuu ibstanitti
Maxxanfame

Gammachuu Maanchester Siitiin Shaampiyons Liigii mo'achuu isaaniitiin agarsiisaa jiran suurawwan 10 filanneerra. Gareen Peep Gaardiyoolaa goolii tokkottii Roodiriin lakkoofsiseen mo'atan.

Inter Miilaan yaalii goolii hedduu Siitii caalaa taasisanis garuu hin milkoofne.

Amma Gaardiyoolaanis, Maan Siitiinis hawwii isaanii bara dheeraa milkeeffataniiru.

Gammachuu isaanii yeroo ibsatan suuraan maal fakkaatu.

Jalqba goolii mo'acha argamsiiste snaan jalqabna.

Gooliin Maan Siitii shaampiyoonaa taasiste yeroo lokkoofsimatutti

Kanneen itti aanan ammoo suurawwan miira erga fiishkaan hafuufamee booda miira turanidha:

Taphattoonni Maan Siitii yeroo gammachuu Shaampiyoonaa ta'uu ibsatanitti
Taphattoonni Maan Siitii yeroo gammachuu Shaampiyoonaa ta'uu ibsatanitti
Taphattoonni Maan Siitii yeroo gammachuu Shaampiyoonaa ta'uu ibsatanitti
Joon Istoons waancaa mataatti baatee
Edersan yeroo waancaa dhuggachaa jirutti
Gundohaan yeroo gammachuu ibsatutti
Roodiriifi Gaardiyoolaan miira keessa galanii
Halaand yeroo gammachuu isaa ibsachaa jirutti
Gaardiyoolaan yeroo waancaa dhungachaa jirutti