Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Tiraamp wixinee labsii Raashiyaa fi Iraan qoqqobuuf ba'e mallatteesse
- Chaayinaan akka Iraan sochii Huutii dhaabsistu Tehraaniif gaaffii dhiheessite
- Dhohiinsa Masjiida Paakistaanitti mudateen yoo xiqqaate namoonni 21 du'an
- Haleellaan Huutii hammaanaan Sa'uudiin magaalaa Riyaad keessatti akeekkachiisa balaa haleellaa qilleensaa labsite
- Paakistaan yeroo lamaffaaf loltoota Huutii akeekkachiifte
- Hanga Tiraamp aangorraa bu'utti Hormuuz hin banamu- Iraan
- Tiraamp gaazexeessitoonni CNN fi miidiyaalee kaanii akka Waayit Haawus hin seenne dhorkuu ibse
- Odeessaalee karaa Marsariitii (Website), YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.





















