Suuraalee filatamoo Afriikaa torban kanaa: Gaa'ilaa hanga kubbaa miilaatti

Maxxanfame

Suuraaleen asiin gadii kunneen suuraalee Afriikaa keessaa eddoowwan garaa garaa irraa isiniif filanneedha. Suuraaleen kunneenis Ammajjii 12-18, 2024 jidduutti kan kaafamaniidha.

Namoota cidharratti sirbaa turan
Ibsa waa'ee suuraa, Finfinneetti cimdiiwwan dhibbaan lakkaa'aman bakka tokkootti mata duree 'Gaa'ila Kumaa' (Yeshi Gaabichaa) jedhuun gaa'ilasaanii kan dhaabbatan torbanuma kana keessa ture.
Buna
Ibsa waa'ee suuraa, Sirni buna aadaa qophiilee qophii gaa'ila waloo irratti qophaa'e keessaa ture
Keekii
Ibsa waa'ee suuraa, Keekii guddiichi kunis akkasuma sirna cidhaarratti kan qophaa'edha
Deeggaraa ispoortii
Ibsa waa'ee suuraa, Tapha Wiixataa Angoolaafi Aljeeriyaatiin dura deeggartoonni gammachuun wayita ibsatan
Kubbaa miilaa Afriikaa Keep Veerdi
Lammii Gaanaa taphichaan naate
Trevoor No'aah
Ibsa waa'ee suuraa, Lammiin Afrrikaa Kibbaa fi komediyaaniin Trevoor No'aah Wiixata wayita Loos Anjalisiitti badhaasa Emmii badhaafameetti.
Siidaa Deesmoond Tuuttuu
Ibsa waa'ee suuraa, Siidaa Deesmoond Tuuttuu Afriikaa Kibbaa Magaala Keep Taawoon keessaatti guyyaa Jimaataa uffata mormii waraanaa Gaazaa uwwiisanii.
Aed Abuu Naajm
Ibsa waa'ee suuraa, Aed Abuu Naajm lammii Massrii umuriin waggaa 25 fi oggeessa beeladootaati. Innis beeladoota Filisxeemoota sababa waraanaatiin Gaazaa keessaa baqatanii wallaaniif Raafaatti kilinika beeladaa saaqqate.