Suuraan: Hordoftonni amantaa Ortodoksii addunyaa Ayyaana Qillee haalatti kabajaa oolan

Maxxanfame

Hordoftoonni Kiristaanaa Ortodoksii Amajjii 07, 2021 (A.L.I Mudde 29, 2014) Guyyaa Dhaloota Gooftaa Iyyasuus Kiristoos yookiin Gannaa/Gannoo addunyaa guutuutti kabajaa jiru.

Itoophiyaan alatti biyyoota addunyaa birootti kabajaman suuraan qixeessineerra. Baga geessan.

Lubni Ortodoksii Boosniyaa Maarkoo Meels jamaa bataskaana Zeenikaa Herzagoovinaatti argamu yenna geggeessan
Ibsa waa'ee suuraa, Lubni Ortodoksii Boosniyaa Maarkoo Meels jamaa bataskaana Zeenikaa Herzagoovinaatti argamu yenna geggeessan
Paatriyaarkii Ortoodoksii Giriikii kan Yeruusaaleem, Tiyoofiiloos 3ffaa yeroo Ayyaana Qillee kabajuuf Beeteliheemitti argaman
Ibsa waa'ee suuraa, Paatriyaarkii Ortoodoksii Giriikii kan Yeruusaaleem, Tiyoofiiloos 3ffaa yeroo Ayyaana Qillee kabajuuf Beeteliheemitti argaman
Hordoftoonni amantichaa Paatriyaarkii Girikii yeroo simatan
Ibsa waa'ee suuraa, Hordoftoonni amantichaa Paatriyaarkii Girikii yeroo simatan
Richiitiin bataskaana Maaramii Zeenikaa Boosniyaa, Herzagoovinaatti dhukaafame.
Ibsa waa'ee suuraa, Richiitiin bataskaana Maaramii Zeenikaa Boosniyaa, Herzagoovinaatti dhukaafame.
Magaalaa guddoo Sarbiyaa Beelgireeditti jiraattonni Ayyaana gubaa Bataskaana Seent Saavaa fuulduratti taasifamu hordofan
Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa guddoo Sarbiyaa Beelgireeditti jiraattonni Ayyaana gubaa Bataskaana Seent Saavaa fuulduratti taasifamu hordofan
Paatriyaarkiin Raashiyaa Kiriil tajaajila Ayyaana Qillee Bataskaan Kaatedraalii Kiristoos Seeviyar Moskootti argamu geggeessan
Ibsa waa'ee suuraa, Paatriyaarkiin Raashiyaa Kiriil tajaajila Ayyaana Qillee Bataskaan Kaatedraalii Kiristoos Seeviyar Moskootti argamu geggeessan
Pireezidantiin Raashiyaa Vilaadimiir Puutiin bataskaan Seeviyar naannoo jireenya isaanii Moskoon ala jirutti dungoo wayita ibsan
Ibsa waa'ee suuraa, Pireezidantiin Raashiyaa Vilaadimiir Puutiin bataskaan Seeviyar naannoo jireenya isaanii Moskoon ala jirutti dungoo wayita ibsan
Kiristiyaanoti Kooptiikii waggaa 2000f Masrii keessa turan. Ammas lubooti Koptikii Masrii jamaa bataskaan Mikaa'eliitti walitti qabamanif kadhannaa yeroo gaggeessan.
Ibsa waa'ee suuraa, Kiristiyaanoti Kooptiikii waggaa 2000f Masrii keessa turan. Ammas lubooti Koptikii Masrii jamaa bataskaan Mikaa'eliitti walitti qabamanif kadhannaa yeroo gaggeessan.
Kiristiyaanoti Siiriyaa/Sooriyaa bataskaana Ortodoksii Arman Damaasqootti argamutti dungoo wayita ibsan.
Ibsa waa'ee suuraa, Kiristiyaanoti Siiriyaa/Sooriyaa bataskaana Ortodoksii Arman Damaasqootti argamutti dungoo wayita ibsan.
Hordoftoota Ortodoksii Giriikii Istaanbulitti
Ibsa waa'ee suuraa, Hordoftoota Ortodoksii Giriikii Istaanbulitti
Dubartii bataskaana Kaatediraalii Baakuu, Azarbaajaanitti kadhannaa taasisaa jirtu
Ibsa waa'ee suuraa, Dubartii bataskaana Kaatediraalii Baakuu, Azarbaajaanitti kadhannaa taasisaa jirtu