Phaaphaasichi daawwannaa yeroo duraaf UAE galan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Phaaphaasichi wayita simataman
Maxxanfame

Phaaphaas Firaansis daawwannaaf Yunaayitid Arab Emireets galaniiru. Kun phaaphaasiin biyyoota Arabaa yoo daawwatu seenaa keessatti kan jalqabaati.