Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masirii, Ertiraafi Sudaan waa'ee Galaanaa Diimaafi Gaanfa Afrikaa maal mariyatan?

  2. Artist Miikiyaas Charinnat 'dhibee tasaan' du'e

  3. Maalummaan boorsaa iccitii niwukilaraa Putiin waliin tibbana Chaayinatti mul'ate ijoo dubbii ta'e

  4. WBO'n ibsa haleellaa Arsii ilaalchisee baase miidiyaaleen tokko tokko dogoggora gabaasan jechuun himate

  5. Itoophiyaan bara 2050tti baay'ina ummata musliimaan addunyaarraa sadarkaa meeqaffa qabatti?

  6. Tiraamp, Putiniin 'hiriyyaakoo' jennaan Zeleniskiin inni hogganaa 'nama ajjeesu' jechuun qeeqe

  7. Biyyoonni Awurooppaan waraana Yukireen dhaabuuf Raashiyaa waliin mari'achuuf qophii ta'uu ibsan

  8. Waa'ee haadha ijoolleeshee lama Mineesootaa keessatti rasaasaan ajjeeste maal beekna?

  9. Qabxiilee ijoo

  10. Hospitaala Baatutti 'deessuun dogoggora ogeessan' du'uu hordofee komiin cime

  11. Ji'a tokkoof walitti bu'iinsaan raafamaa kan turte Moyyaaleetti Kibxatarraa kaasee dhukaasni dhaabbachuu jiraattonni himan

  12. US'tti namoonni siyaasaa Musliima ta'an maaliif falmii cimaa kaasisu?

  13. Itoophiyaa fi Ertiraan loltoota daangaarra qubsiisuun sodaa waraanaa cimse

  14. 'Baadimmeetti haleellaa dirooniin xiqqaatu namoonni 4 miidhaman'

  15. WBO'n haleellaa Arsii Shirkaatti raawwachuun himatameef deebii kenne

  16. Iraan 'magaalaa misaa'elaa' ifa goote

  17. Maatiinkoo maaliif gurraattii akkan ta'e osoo natti hin himiin na guddisan?

  18. Jeedalli diimtuun Gaarren Baalee sababa maaliin du'aa jirti?

  19. Loltootni Huutii ulaa Galaana Diimaa addunyaaf murteessa ta'e to'atan