Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masirii, Ertiraafi Sudaan waa'ee Galaanaa Diimaafi Gaanfa Afrikaa maal mariyatan?

  2. Artist Miikiyaas Charinnat 'dhibee tasaan' du'e

  3. Maalummaan boorsaa iccitii niwukilaraa Putiin waliin tibbana Chaayinatti mul'ate ijoo dubbii ta'e

  4. WBO'n ibsa haleellaa Arsii ilaalchisee baase miidiyaaleen tokko tokko dogoggora gabaasan jechuun himate

  5. Itoophiyaan bara 2050tti baay'ina ummata musliimaan addunyaarraa sadarkaa meeqaffa qabatti?

  6. Waa'ee haadha ijoolleeshee lama Mineesootaa keessatti rasaasaan ajjeeste maal beekna?

  7. Qabxiilee ijoo

  8. Hospitaala Baatutti 'deessuun dogoggora ogeessan' du'uu hordofee komiin cime

  9. Ji'a tokkoof walitti bu'iinsaan raafamaa kan turte Moyyaaleetti Kibxatarraa kaasee dhukaasni dhaabbachuu jiraattonni himan

  10. US'tti namoonni siyaasaa Musliima ta'an maaliif falmii cimaa kaasisu?

  11. Itoophiyaa fi Ertiraan loltoota daangaarra qubsiisuun sodaa waraanaa cimse

  12. 'Baadimmeetti haleellaa dirooniin xiqqaatu namoonni 4 miidhaman'

  13. WBO'n haleellaa Arsii Shirkaatti raawwachuun himatameef deebii kenne

  14. Iraan 'magaalaa misaa'elaa' ifa goote

  15. Maatiinkoo maaliif gurraattii akkan ta'e osoo natti hin himiin na guddisan?

  16. Jeedalli diimtuun Gaarren Baalee sababa maaliin du'aa jirti?

  17. Loltootni Huutii ulaa Galaana Diimaa addunyaaf murteessa ta'e to'atan

  18. Israa'el akka godaantonni Afrikaa biyya isheeti bahaniif doolara kennaa jirti, Itoophiyaanota ni dabalataa?

  19. Ilmi hoogganaa dhimma nageenya Tigraay akkamiin ajjeefame?