Dhuguma Yunaayitid yaadda'uu hin qabuu?
Dhuguma Yunaayitid yaadda'uu hin qabuu?
Maxxanfame
Maanchistar Yunaayitid bara dorgommii baranaas qormaataan eegaleera.
Leenjisaan isaa Maayikil Kaarik garuu ammallee 'wanti na dhiphisu hin jiru' jechaa jira.
Garuu, dhiphachuu hin qabuu? Yunaayitid barana meeqaffaan xumura?



