Ballon d'Or eenyutu kaasa?
Ballon d'Or eenyutu kaasa?
Maxxanfame
Badhaasni guddichi taphattoota kubbaa miilaaf kennamu, Ballon d'Or, kan bara 2026 falmisiisaa ta'uuf deema jedhu ogeeyyiin.
Sababnimmoo taphataan addatti caalee mul'ate sababa hin jirreef.
Badhaasni Ballon d'Or baranaa eenyuuf mala jettu? Eenyuyyuu yoo filatame kan gaaffiin irratti ka'u ta'uuf deema.
Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa!



