'Dirooniin humnoota Tigraay ajjeese'

Ibsa waa'ee viidiyoo, '‘Dirooniin humnoota Tigraay ajjeese’
'Dirooniin humnoota Tigraay ajjeese'
Maxxanfame

Haleellaa diroonii Naannoo Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxaatti raawwateen lubbuun namaa darbuu maddeen BBC'tti himan.

Haleellaa kanaaf maddi humnoota Tigraay Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa himatan.

BBC'n deebii aangawoota Itoophiyaarraa argachuuf yaalus hin milkoofne.

Haleellaan kuni yeroo mootummaa federaalaafi dhaaba TPLF gidduu muddamni cimetti dhagahame.

Viidiyoo guutuu asiin daawwadhaa.