Gosoota namummaa shanan

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Gosoota namummaa shanan
Maxxanfame

Namuu amala ofii qaba. Kunimmoo namummaa keenya waliin walqabata.

Gosoota namummaa meeqatu jira isinitti fakkaata? Inni bal'inaan beekamu shanidha.

Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa.