Bilbilli Iphone haaraa dadacha'u maal fakkaata?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Bilbilli Iphone haaraa dadacha'u maal fakkaata?
Maxxanfame

Dhaabbanni 'Apple' bilbila iPhone isa yeroo kamuu caalaa gatiin isaa qaalii ta'e ifa godhe.

Bilbilli kuni ni dadacha'a. Gatiin isaas paawundii 1,999 dha. Bilbilli kuni maal fakkaata?