Shubbisi, ragadi...'fayyummaa sammuu keef gaarii dha'- Qorannoo

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Shubbisi, ragadi...'fayyummaa sammuu keef gaarii dha'- Qorannoo
Maxxanfame

Shubbisni sochii qaama qofa isinitti fakkaata ta'a. Garuu sochii sammuu guddaadhas.

Shubbisni faayidaawwan saammuu namaarratti qabu saayintiistotni dubbatan keessaa ijoon butuutuu tiishuu wajjin walqabatee rakkoowwan fayyaa sammuu dhufan ittisuudha.

Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.