Oduu ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Haleellaa misaayelaa Ulaa Hormuuz irratti raawwatteen miseensonni humna galaanaa US saddeet miidhaman
- Iraan waraanni kun dhaabbachuu kan danda'u ''marii qofaan'' jette
- Yaada marii dhihaate fudhachuu dhabuun US mariisistootaan kan mirkanaa'e miti jedhe qondaalli Iraan
- Duraan Pirezidant Doonaald Tiraamp Ulaan Hormuuz banamuu mormuu hordofee mariisistoota irraa deebii akka eegdu Iraan ibsitee turte
- Dr Abrahaam Balaay Komishinira Komishinii Annisaa Niikuleera Itoophiyaa ta'uun muudame
- Afrikaa Kibbaatti haleellaawwan lama sa'atii muraasa keessatti raawwatamaniin namoonni 27 ajjeefaman
- Odeessaalee karaa Marsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.





















