Badhaasni Ballon d'Or maaliif Afrikaa lagate?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Badhaasni Ballon d'Or maaliif Afrikaa lagate?
Maxxanfame

Bara dhumaa Afrikaan Ballon d'Or argatte beektuu? Waggaa 30 duradha.

Hanga ammaa maaliif taphataan Afrikaa tokkolleen milkaa'uu dadhabe?