Qaalu - Abdii faashinii Itoophiyaa
Qaalu - Abdii faashinii Itoophiyaa
Maxxanfame
Miidiyaa hawaasummaa irratti maqaa 'kaluputics' jedhamuun beekama. Hordoftoota mil. 8 ol qaba.
Maqaan isaa sirrii Qaala'aab Kasaayeedha.
Lammiin Itoophiyaa kuni mi'oota gatamanirraa faashinii bareechee miidhaassuun ijoo dubbii ta'eera.
Ol adeemaan Maqaleedhaa ija addunyaa seene kuni garuu eenyudha?



