Nama irree guddisuuf qoricha liqimsu beektuu?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Nama irree guddisuuf qoricha liqimsu beektuu?
Maxxanfame

Isin namoota qoricha liqimsanii qaama isaanii gabbifachuu namoota yaalan beektuu?

Waan haaraa dhagahameera. Qorannoon bara kana bahe tokko akeekkachiisa kenneera.

Dorgommii boca qaamaatiif kanneen qorichaan qaama isaanii furdisan miidhaawwan adda addaaf saaxilamaa jiraachuu dubbate.

Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromooraa daawwadhaa.