Jaalalli akkam si godhe?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Jaalalli akkam si godhe?
Maxxanfame

Namni jaalate ija hin qabu jedhama. Nama jaalannu gaafa agarru onneen nu dhiittata, iji nu laafa.

Silaa dubbachuun hanga gaaraa ulfaata jedhu warri arge.

Garuu yeroos waan sammuu keenya keessa uumamu beektuu?

Viidiyoo guutuu asiin daawwadhaa.