Mesii - Eessaa ka'ee yoona gahe?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mesii - Eessaa ka'ee yoona gahe?
Mesii - Eessaa ka'ee yoona gahe?
Maxxanfame

Liyooneel Mesiin ijoollummaan rakkoo hormonii isa mudateen ni quucara jedhamee ture.

Yeroo ammaa 'mootii' kubbaa miilaa ta'un jajama. Seenaan isaa kunooti.

Viidiyoo guutuu asiin daawwadhaa!