Waraanni Huutii Itoophiyaa yaachisaa?
Waraanni Huutii Itoophiyaa yaachisaa?
Maxxanfame
Baab al-Mandab ulaa galaanaa dhiphoo Yaman fi Gaanfa Afrikaa gidduu jirudha.
Amma hidhattoonni Huutii kallattii kibbaatti socho'uun ulaa Kana to'ataniiru jedhu aanga'oonni fi namoonni ijaan argan.
Bakka kanatti Yaman fi Afrikaan kiilomeetira 30 caalaa walirraa hin fagaatan.
Baqattoonni Itoophiyaa waraana Huutii gidduutti danqamanis birmannaa gaafataniiru.
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.



