Humna qilleensaa Itoophiyaa eenyutu dorgoma?
Humna qilleensaa Itoophiyaa eenyutu dorgoma?
Maxxanfame
Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?
Bara meeshaan waraanaa nukilaraa abuurame irraa kaasee dorgommiin meeshaalee waraanaa dhaabbatee hin beeku, inumaa dhiheenya kana akkaan dabaleera.
Kan biyyoota Gaanfa Afrikaa maal fakkaata? Xiyyaarota akkamiifaa qabu? Biyya kamtu ammoo gonkumaa humna qilleensaa hin qabu?
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorratti daawwadhaa.



