Ajab! Lakkuu, lakkuu fuudhan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Lakkuu obbolaa lakkuu fuudhan
Ajab! Lakkuu, lakkuu fuudhan
Maxxanfame

Kuni ajaa'iba. Hunduu lakkuudha. Obbolaan lakkuu dhiiraa barbaacha yeroo dheeraa booda lakkuu fuudhan.

Seenaan itti wal arganiis raajiidha. Kana qofaa miti. Kan cidha isaaniirratti eebbisees lakkuudha.