Badhaadhinni Marii Biyyaalessaarratti maal dhiheessa?
Badhaadhinni Marii Biyyaalessaarratti maal dhiheessa?
Maxxanfame
Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaa ji'a tokkoof turu magaalaa Finfinneetti eegaleera.
Marii kana dura Adaamaatti marii kan taa'e paartiin biyya bulchu, Badhaadhinni, maal dhiheessuuf jedha?