Yeroo mana rifeensaa dhaqxan

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Yeroo mana rifeensaa dhaqxan
Maxxanfame

Yeroo mana rifeensaa deemnu 'istaayilii' murannu yookiin faashinii dhahannu qofa yaadna ta'a.

Garuu, ni bareednaatti dhibee lubbuu keenya galaafatuf saaxilamuullee dandeenya.

Dhibeewwan shan yeroo rifeensa murattan ykn dhahattan isin qabuu danda'an kanneen quba qabduu?